#ODUU_GAMMACHIISAA ๐ฅฐ๐บ๐ธ๐
๐จ TAJAAJILA PAASPOORTII BARBAADDAN NU BIRA NI ARGATTU
#Tajaajila_Paaspoortii gosa barbaaddan fi yeroo barbaaddanitti, bakka jirtan irraa isin gargaaruuf dhufnee jirra.
๐ Mana keessan taaโuun nu biratti galmaaโaa!
๐ e-Paaspoortii waggaa 10f isin tajaajilu argadha
๐ฐ#Gatii#Paaspoortii barbaachisu kallattiidhaan dhaabbata Paaspoortii ilaallatutti ofuma keessaniin kaffaluu dandeessu.
๐ต Nu biratti immoo gatii tajaajilaa ykn gatii foormii qofa kaffaltu.
๐ฏ #Tajaajila_qulqulluu, saffisaa fi amanamaa nu biraa argattu!
๐ Gatiiwwan barbaachisan fi odeeffannoo dabalataa suuraa/postii kana irraa ilaalaa.
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐#TAJAAJILA_PAASPOORTII Barbaaddan nu biraa argachu dandeessu.
๐น Paaspoortii haaraa baafachuu
๐น Paaspoortii haaromsachuu
๐น Paaspoortii bade bakka buusuu
๐น Maqaa jijjiirrachuu
๐น Umrii sirreessuu/jijjiirrachuu
๐น Akkasumas tajaajiloota Paaspoortii biroo
๐ #PAASPOORTIIN_MAALIIF_BARBAACHISA?
Paaspoortiin yeroo ammaa:
โ๏ธ Biyya keessaa gara biyya alaa imaluuf
๐ Carraawwan garaagaraa biyya alaa argachuuf
๐ #Hajjii fi #Umraa Deemuuf
๐ผ Carraa hojii fi barnootaa barbaaduuf
๐ Sagantaalee fi carraawwan addunyaa adda addaa irratti hirmaachuuf akkasumas tajaajiloota biroof baayyeef barbaachisa
โขFkf, Carraan DV #America America ๐บ๐ธ (Diversity Visa) bara dhufuu irra Paaspoortii malee guutuun hin dandahamu jedhe Trump.
Kanaaf Paaspoortiin waan baayyeef nu gargaara waan taheef namu qabaachu qabna.
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ Bakka jirtan irraa, magaalaa barbaaddan irratti:
isiniif guunna.
โก๏ธ Beellama idilee (#Normal)
โก๏ธ Yookaan beellama ariifachiisaa (#Urgent)
Yeroo barbaaddanitti isin biraan geenya. ๐ค
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ TAJAAJILA ARGACHUUF NU QUNNAMAA
๐ฑ #Bilbila: 0946030732
๐ฒ #Telegram fi #WhatsApp irrattis nu qunnamuu dandeessu.
@MubarakSj
๐ข Odeeffannoo dabalataa argachuuf:
๐ Telegram Channel keenya #MubeTech1 join godha seenaa laala.
๐ https://t.me/MubeTech1
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ฅฐ Nu waliin taโuun kaayyoo keessan milkeessaa!
๐ข POST KANA SHARE GODHAA
Namoota Paaspoortii barbaadan biraan gaโaa! ๐
#Galatooma
#MubeTech1 #Paaspoortii #ePassport
@MubeTech1
@MubeTech1
1August 23, 2026 344 1