Advertisements Beeksisa Ariifachiisaa 🚨🚨🚨 Akkuma beekkamu… — Kiyya Tech — TG.ME

#Advertisements
Beeksisa Ariifachiisaa 🚨🚨🚨

Akkuma beekkamu, Adoolessa 1 irraa eegalee bara baajataa haaraan waan jalqabameef, dhaabbileen mootummaa fi dhuunfaa hedduun hojii muuxannoo malee (0 Experience) fi muuxannoo waliin (With Experience) barbaadan irratti beeksisa hojii ni baasu.

Kanaafuu, hojii argachuuf CV fi Application Letter Professional ta'e qabaachuun murteessaa dha.

CV gaariin:

- Odeeffannoo dhuunfaa sirriitti ibsa.
- Seenaa barnootaa sirnaan dhiyeessa.
- Muuxannoo hojii fi dandeettii keessan calaqqisiisa.
- Hojjechiistoonni gahumsa keessan saffisaan akka hubatan gargaara.
- Carraa interview fi hojii argachuu keessan dabala.

Nuti immoo CV fi Application Letter akkaataa Modern, Professional, ATS-Friendly fi dhaabbilee mootummaa, NGO fi dhaabbilee dhuunfaa hunda biratti fudhatama qabuun isiniif qopheessina.

✔️ Qulqullina olaanaa
✔️ Sirna ammayyaa
✔️ ATS-Friendly
✔️ Dogoggora irraa bilisa
✔️ Gatii madaalawaa fi tajaajila ariifataa

Nu quunnamaa:
📩 Telegram:
@nanbongem
📞 Bilbila: 0950851218

Amanamummaan 100% dha
Odeeffannoo dabalataatiif
Channel kana join godhaa!
https://t.me/professionalCvT
👍2
August 29, 2026 49