Pilaanetiin Pluto jedhamtu ergaa aburaamte hanga ammatti aduun nannawtee(orbit) hin fixnee. Pilutoon aduun nannawtee orbit xumuruuf waggaa 248 itti fudhataa, pulutoon bara 1930 dhatti namaa maqaan isaa Clyde W.Tombaugh jedhamuun jalqba aburaamte.
@kanaBL
@kanaBL
@kanaBL

August 24, 2024 1.7K 2