HETEROPATERNAL SUPERFECUNDATION #LAKKUU ABBAAN GARAA-GARAA(adda… — Kana Beektu Laata❔ — TG.ME

Forwarded fromKAkanabeektulaata
HETEROPATERNAL SUPERFECUNDATION
#LAKKUU ABBAAN GARAA-GARAA(adda addaa) - Akkana jechuun afaan saayinsii walhormaataan, lakkuun sanyii kormaa(sperm) dhiira garaa-garaa lama irraa yeroo dubartiin takkaa ulfooftee dha. Kunis khan uumamu danda’u yeroo sanyiin kormaa(sperm) inni jalqabaa walqunnamtii saala waliin goote guyyoota muraasaaf osoo hin duune qaama hormaata dubartii kheessa yoo ture fi kkf uumamu danda’a. Uumamni akkanaa khuni baayyinaan bineensotaa fi bineeldota biratti ni mul’ata. Jechuun nama biratti hin mul’atu jechuu koo miti. Abbaa addaan baasuun qorannoo DNA barbaada.
Chaanaliin kana hiriyoota kheessaan aferuu hin dagatinaa
👇👇👇
@KanaBL
@kanaBL
@kanaBL
❤1
September 4, 2026 24