Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Milkaa’inaan Goolabame
📅 Waxabajjii 09/2018 E.C.
Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Moleetti guyyaa 08/10/2018 -09/10/2018 guyyaa 2f kennamaa ture nagaa, tasgabbii fi naamusa gaariin milkaa’inaan xumurameera.
Qormaata kana keessatti barattoonni Mana Barumsaa Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa (JUCS) kutaa 6ffaa keessaa dhiira 83 fi dubara 73, walumaagalatti barattoota 156 (100%) ta’an qormaata isaanii guutummaatti fudhatanii jiru.Kana keessa barattoonni sagantaa Afaan Oromoo
Dhi=38 du =18= Id 56(100%), Barattoonni sagantaa Afaan Amaaraa immoo Dhi=45 du= 55 Id=100(100%) qormaata xummura sad.1ffaa kutaa 6ffaa karaa nagaa fi tasgabbii qabuun xummuranii jiru
➽Barattoota keenyaaf qabxii gaarii akka ta'uuf ni hawwina!
👉Bulchiinsa Mana Barumsaa Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa (JUCS)
==========//========
የ2018 ዓ.ም የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና በተሳካ ሁኔታ ተጠናቀቀ
📅 ሰኔ 09/2018 ዓ.ም
በጅማ ከተማ አስተዳደር ሞሌ ክላስተር ውስጥ ከሰኔ 08-09/2018 ዓ.ም ለ2 ቀናት ሲሰጥ የነበረው የ2018 ዓ.ም የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና በሰላም እና በጥሩ ሥነ-ምግባር ተጠናቋል።
በዚህ ፈተና ላይ ከጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚኒቲ ትምህርት ቤት (JUCS) የ6ኛ ክፍል ተማሪዎች 83 ወንዶች እና 73 ሴቶች፣ በድምሩ 156 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ሙሉ በሙሉ ወስደዋል።
ከእነዚህ ውስጥ በኦሮምኛ ፕሮግራም 38 ወንዶች እና 18 ሴቶች፣ በድምሩ 56 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ወስደዋል።
በአማርኛ ፕሮግራም ደግሞ 45 ወንዶች እና 55 ሴቶች፣ በድምሩ 100 (100%) ተማሪዎች የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተናቸውን በሰላም አጠናቀዋል።
➽ ለተማሪዎቻችን ጥሩ ውጤት እንመኛለን!
👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚኒቲ ትምህርት ቤት (JUCS) አስተዳደር
========//========
Grade 6 Primary School Completion Examination Successfully Concluded
📅 June 16, 2026 (09/10/2018 E.C.)
#The Grade 6 Primary School Completion Examination for the 2018 E.C. academic year, administered in Mole Cluster, Jimma City Administration, was conducted from June 15–16, 2026 (08–09/10/2018 E.C.) and was successfully completed in a peaceful, orderly, and disciplined manner.
#A total of 156 Grade 6 students from Jimma University Community School (JUCS), comprising 83 boys and 73 girls, sat for the examination, achieving 100% participation.
Among them:
Afan Oromo Program: 38 boys and 18 girls, total of 56 students (100%).
Amharic Program: 45 boys and 55 girls, total of 100 students (100%).
#All students completed the Grade 6 Primary School Completion Examination successfully in a peaceful and conducive environment.
➽ We wish our students the very best results in their examinations!
👉Jimma University Community School (JUCS) Administration
======//========