@jucs6 · 673 subscribers
Grade 7
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/jucs6Is this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created April 14, 2020per Telegram
We have been tracking it since August 23, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
[media, no text]
[media, no text]
Guyyaan Galmee Barattootaa bara Barnootaa 2019 Hagayya 26/2018 hanga Qaammee 5/2018 ALHtti waan ta'eef maatiin kanuma beekuudhaan qophii dursaa akka gootan kabajaan isin beeksifna. =====//====== የ2019 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የተማሪዎች ምዝገባ ጊዜ ከነሐሴ 26/2018 ዓ.ም እስከ ጳጉሜ 5/2018 ዓ.ም ስለሆነ ወላጆች ይህን በማወቅ ቅድመ ዝግጅት እን…
BEEKSISA:- Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(#Fayida_ID) Qabaachuun Irraa Eegama! 🫰 Barataan bara 2019 hanga kutaa 12ffaatti jiran hunduu NID malee galmaa'uu hin danda'anu. Kanaaf barattootni hunduu NID isaanii qabatanii FAN isaaniitiin galmaa'uu qabu. Hatattamaan kan hin qabne…
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018 2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!! =====//=== Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I. 📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa 🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30 ========//===…