أسباب دخول الجنة
1- التوحيد والإخلاص
Towhiida/Rabbi tokkichomsuu.
2- الإنفاق في سبيل الله.
Karaa Rabbii keessatti kennatuu
3- الخلق الحسن.
Aklaaqa gaarii
4. الإصلاح والإحسان إلى الناس.
Namatti Tola ooluu
5- إماطة الأذى عن الطريق.
Waan nama dararu karaa irraa maysuu
6- محبة المؤمنين في الله.
Muumintoota jaallattuu
7- الحياء.
Qaanfii
8- ذكر الله تعالى.
Yaadannoo Rabbii
9- الإحسان إلى الجار.
Ollaaf Toluu
10- شكر الله على نعمه.
Rabbiif galata galchuu
11- كثرة السجود.
Sujuuda baayisuu
12- التواضع لله.
Of-gadi qabuu
13- صلة الرحم.
Rahima maxxanfatuu
14- بر الوالدين.
Haadhaa fi abbaaf tola òluu
15- قراءة القرآن والعمل به
Qur'aana qara'uu fi itti hojachuu
16- الأمر بالمعروف والنهي عن المنكر.
Toltuutti nama ajajuu fi hamtuu irraa nama dhoorkuu
17- الرفق بالحيوان.
Bineensootaaf Rifatuu(toluufii)
18- الذكر عقب الصلوات.
Salaata shanan booda Rabbi zakkaruu
19- طاعة الرسول صلى الله عليه وسلم
Rasuula qaalii godhuu.
20- الصبر.
Obsuu
21- الصدق.
Dhugaa dubbatuu
22- المحافظة على الصلوات الخمس.
Salaata shanan tikfatuu
23- عيادة المريض.
Dhukubsataa gaafatuu
24- الدعاء.
Rabbi kadhatuu
25- إفشاء السلام وإطعام المساكين.
Salaamtaa facaasuu fi nomoota harka qalleeyyii nyaachisuu
26- تعلم القرآن وتعليمه
Qur'aana baratuu fi barsiisuu
27- الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم.
Nabiirratti salawaata buusuu (SAW)
28- التعاون على البر والتقوى.
Waliif gargaaruu Toltuu fi sodaa Rabbiirratti
29- الدعوة إلى الله.
Karaa Rabbiitti nama waamuu
30- حسن الظن بالله تعالى
Rabbitti zannii toluu
انشرها لتكون صدقة جارية لك.
Share godhaa akka sadaqaa jaariyaa isiniif taatuuf
https://t.me/GNPGP
