Kitaaba "Ax-xaahiraat" ja'u kana dubartoota keenya warra baratuu fedhuuf jalqabuun yaada qaba. Dhiirtis yoo baratte hedduu fayyada. Ammoo kitaabni waa'ee qulqulloota haadhoota Mu'imontootaati. Jireenya isaanii, qabsoo isaanii, sabrii isaanii, ibaadaa isaanii, hayaa fii akhlaaqa isaaniiti. Dub…
September 22, 2026 849 1