✍️ Gaafa Islaamummaa fi seerri Islaamaa nu bulchaa ture sanatti nuti saba guddaa, saba cimaa fi sooressa, saba guddate fi akkasuma haqaa fi nageenya eegu turre…!!
Garuu yeroo sabboonummaa Jaahiliyyummaa fi seera sekulaarii namni tolcheen bulaa turree fi bulaa jirrutti har'a haala keenya me ilaalaa...🤦😭
✍️ Islaamummaan bu’a qabeessa akka ta’uu fi akka hojitti hiikamu yoo yaadame,yoo barbaadame Islaamummaan nu hoogganuu qaba…!
Islaamummaan nu hoogganuf dursa nuti Islaamummaf hoogganamu qabnaa
Amantiin kun masjidaa fi mana barnoota islaamaa qofa keessatti daangeffamee, ykn qalbii fi sammuu keessatti rafee hafee,😭 haa rafuuf immo hin dhufne!
#Sayyid_Qutbi rahmata isaaf haa godhu rabbin 🤲🤲🏻🤲🏼🤲🏾
1July 5, 2026 418