﴿وَلَوْ يَرَى الَّذِينَ ظَلَمُوا إِذْ يَرَوْنَ الْعَذَابَ أَنَّ الْقُوَّةَ للهِ جَمِيعًا وَأَنَّ اللهَ شَدِيدُ الْعَذَابِ﴾. osoo argite isaanan lubbu isaani miidhan yeroodha argan azaaba. Ni jedhan humni hudinu kan rabbiiti jedhan. Rabbin abba qixaaxa jabaati, ولو يرى الظالمون بشركهم وارتكاب السيئات حالهم في الآخرة حين يشاهدون العذاب لعلموا أن المتفرد بالقوة جميعًا هو الله وأنه شديد العذاب لمن عصاه. [المختصر في التفسير]. Osoo warri badii hojjetan, shirkii fi cubbuu isaaniitiin, yeroo adabbii argan, haala Aakhiraatti isaanii arguu danda’anii, humni hundi kan Waaqayyoo qofa akka ta’ee fi warra isaaf hin ajajamneef adabbii cimaa akka ta’e ni beeku turan.
August 25, 2026 121