#Qophii_Fayyaa_Keessanii_Guyyaa_Roobii
Sirnaan Itti Fayyadaminsa Qorichaa (Rational Drug Use)
Akkamitti Qoricha Sirnaan Fayyadamuu Dandeenya?
Marii kallattiin Barsiisaa Gammachiis Balaay Waliin FM Faanaa Naqamtee 96.1 irratti gaafa Roobii nu eegaa.
Guyyaa Roobii (Mudde 9,2017) Waaree booda sa'aa 9:00 irraa eegalee hanga 10:00ti FM Faanaa Naqamtee 96.1 #Live Dhaggeeffadhaa!
Bar.Gammachiis Balaay(B.Pharm, MSc ), Yuunivarsiitii Wallaggaa, Institiyuutii Saayiinsii Fayyaatti Muummee Faarmaasii,Barsiisaa fi Qorataa

December 16, 2024 1.1K