Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraan Baga Guyyaa Dhaloota Goofta keenya Iyyesuus Kirstoosiin Nagaan isiin Gahe.🌲🌲🌲
Ayyaana Gaarii
Yeroo Ayyaana kana kabajnu Nyaata Coomaafi Dhadhaa itti baayyatuu sorachuu irraa of qusachuun Fayyaa keenyaaf Dursa Haa Laannu!!!

January 6, 2025 1.3K 1 2