Waajjirri kennaa tajaajila bittaa mootummaafi dhabamsiisa meeshaa naannoo harari beeksiisa caalbaasii bittaa adoolleessa 28/2018 Gaazeexaa addis zaman gubatti baasee tureen caalbaasii koodii PPPDSO/ 006/2019 biiroo barnootaati mana barnoota addaa /moodeeliif bittaa meeshaa keemikaaloota baayloojii fi keemistrii sirni baniinsa caalbaasii arra gaafa 25/12/2018 iddoo dorgomtoonni fi qaamni dhimmi ilaalatu argamanitti galama waajjirichaati ganama sa’aa 4:15 iratti saamsuun/cufuun fi sa’aa 4:30 banuun sirni baninsa caalbaasii raawwatame jira.
Fees buuk
https://hpppdso
telegram https://t.me/hppds2
youtube https://www.yotube
website https:// hppdso.gov.et















