Osoo hin azaanamneen duratti gara salaataa deemi. Akka garbicha badaa… — HADIISA📚 — TG.ME

« Osoo hin azaanamneen duratti gara salaataa deemi. Akka garbicha badaa hanga yaamanitti hin dhufnee hin ta'in.»

« Osoo hin iqaamamneen duratti gara salaataa dhufuun kee salaata guddisuu fii kabajuudha.»

🎤 شيخ الإسلام الإمام الزاهد العابد سفيان بن سعيد الثوري رحمه الله.

📚 فتح الباري لابن رجب

Rabi'al Awwal 17,1448H
❤10👍2
August 30, 2026 717 1