Maalummaan Rabbi ﷻ sodaachuudhaa kan mul'ata ma'siyaa lakkisuu keessattiidha. Irra hedduun namaa kheeyrii dalaguu fii toltuu irraa baay'ifachuu keessatti jabaadha. Garuu fuuldura waan haraam lakkisuutti hedduu dadhabaadha.
Masaa'al Kheeyri
Rabi'al Awwal 19,1448H
12
9August 30, 2026 602 1