ai dhimma gaaffiilee dhimmoot islaamaatiin wal qabatu keessatti chatgpt fii kanneen birootillee caalu. Dhihoo tana obboleessi kun abbaan Tarteel kun hojjetee hojiirra oolche hanga ammaa freedha. Hedduu ajaa'iba.
Chatgpt faarraa waan adda isa godhu hedduu qaba. Xullaaboonni ilmii fii beektoonni islaamaa app isaa play store yookiin app store irraa buufatanii laaluu dandeessan...
deebii if biraa hin uumu akak chatgpt. kitaaboota Million 8 ol irraa walitti qabee madda isaatii wajjiin khaaya.
qaf.ai check godhuu dandeessan.
https://x.com/i/status/2085061612285632853
4
1August 28, 2026 803 3