Du'aa'ii Omar Ibn Al-khaxxaab-Radiyallaahu anhu- godhatu keessaa… — HADIISA📚 — TG.ME

Du'aa'ii Omar Ibn Al-khaxxaab-Radiyallaahu anhu- godhatu keessaa tokko

۞" Yaa rabbi! Dalagaa tiyya hunda dalagaa gaarii naaf taasisi. Dalagaa fuula kee qofa barbaaduuf qulqulleeyfamtee hojjatamte godhi. Nam-tokkoofillee isii keessatti qooda hin taasiisin.»۞ kan jedhu ture.

۞«اللهم اجعل عملي كله صالحًا، واجعله لوجهك خالصًا، ولا تجعل لأحد فيه شيئًا».۞

|• Yaa garbicha rabbii! Dalagaan teenya dalagaa gaarii sunnaa wajjiin wal simattuu fii ikhlaasa qabdu ta'uu irratti rabbi ﷻ heddummeeysinee kadhachuutu nurra jiraata. Yoo rabbiin ﷻ hin laaffisin hin tolchin wanti toluu fii laafu tokkolleen hin jiru.

Sabaahal kheyr 💜

Rabi'al Awwal 15,1448H.
❤8👍2
August 28, 2026 767 1