Halkan qur'aanaan dhaabbatanii salaatuun sharafa nama mu'minaati… — HADIISA📚 — TG.ME

" Halkan qur'aanaan dhaabbatanii salaatuun sharafa nama mu'minaati. izzaa fii ol'aantummaan isaanii immoo waan harka makhluuqaa keessa jiru irraa duroomuu keessa jirti."

Hasan Al-basrii-rahimahullaah
📒 ابن أبي الدنيا في :
| 📒 التهجد - (19)
❤10👍1
August 19, 2026 1.6K 2 1