Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf guyyaan tiraaniskiriptii kennamu… — Goro secondary school adama — TG.ME

Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf guyyaan tiraaniskiriptii kennamu 18/12/2018-22/12/2018 qofa waan ta'ef yeroon dhuftanii akka fudhatan manni barumsaa cimsee isin beeksiisa.
ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ትራንስክሪፕት የሚሰጥበት ከቀን 18/12/2018 እስከ 22/12/2018ዓ.ም ብቻ እንድትወስዱ እያልን ከተባለው ቅን ውጭ የማናስተናግድ መሆኑን ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል።
August 22, 2026 3K 56