Maatii barattoota buleeyyii mana barumsaa GSE hundaaf
Manni barumsaa keenya yeroo galmee barattootaa irra deddeebin ibsuun hanga ammaatti galmeessaa turuun isaa ni beekama.Kanaafuu maatii barattootaa hanga ammaatti barataa hin galmeessin hundaaf guyyaan galmee hanga 30/12/2018tiitti qofa ta’uu isaa cimsinee isin hubachiifna.
ለGSE ትምህርት ቤት ነባር ተማሪዎች ወላጆች በሙሉ
ትምህርት ቤታችን የተማሪዎችን የምዝገባ ጊዜ በተደጋጋሚ በመግለጽ እስከ አሁን ሲያስመዘግብ መቆየቱ ይታወቃል። ስለዚህ እስከ አሁን ተማሪ ያላስመዘገባችሁ የተማሪዎች ወላጆች በሙሉ የምዝገባው ቀን እስከ 30/12/2018 ብቻ መሆኑን አጥብቀን
እንገልጻለን።

















