Barattoota kutaa 12ffaa Marsaa 4ffaa qoramtan hundi keessan gaafa guyyaa 06/11/2018 ganama sa'a 12:00 irratti mooraa mana barumsaa keessatti akka argamtan manni barumsaa cimsinee isiin beeksiisna. ለ12ኛ ክፍል 4ኛ ዙር ተፈታኞች በሙሉ ነገ 06/11/2018 ጠዋት 12፡00 ላይ ት/ቤት ግቢ እንድትገኙ ት/ቤቱ አጥብቆ ያሳስባል፡፡
July 12, 2026 5.8K 10