Barattoota kutaa 12ffaa saayinsii uummamaa(natural science) hundaaf(idilee, galgalaa fi dhunfaa ykn private) boru gaafa 22/10/2018 ganama sa'a 2:30tti BBO abbaa gadaatti argamuun hubannoo ykn 'orentation' akka fudhatan isiin beeksiifna. ለጎሮ 12 ክፍል የተፈጥሮ ሳይንስ / 'Natural science' / የቀን፥ የማታ እና የግል(private)ተማሪዋች በሙሉ ነገ በ22/10/2018 ጠዋት 2፡30 አባገዳ በሚገኘው ኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ በመገኘት ኦረንቴሽን እንድትወስዱ እናስታውቃለን፡፡
June 28, 2026 7.8K 103