Beeksisa. Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018… — Goro secondary school adama — TG.ME

#Beeksisa.
Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoome.
-------------
BBO - Waxabajjii 13/2018 Sagantaan Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 23/2018 kan eegalu yoo ta'u, barattootni 'online'n /#CBT/ barattootni Saayinsii Uumamaa/Natural Science/ kan jalqabaa yoo ta'an marsaa 3n kan qorman ta'uun beekameera. Marsaa 3ffaa, 4ffaa, 5ffaafi 6ffaa barattootni Saayinsii Hawaasaa/Social Science/ kan qoraman ta'a.
Sagantaan qormaatichaa gabateen dhihaateera.

💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

|
|📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |
June 25, 2026 6.6K 48