Ragaa tokkichummaa Rabbii ibsu: Macaafa Isaayas Raajicha;- 43;11โ€ฆ โ€” ๐†๐ˆ๐๐†๐ˆ๐‹๐‚๐‡๐€๐€ ๐ƒ๐‡๐”๐†๐€๐€ ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ โ€” TG.ME

Ragaa tokkichummaa Rabbii ibsu:

Macaafa Isaayas Raajicha;- 43;11
"แˆ‹แ‹ตแŠ“แ‰ฝแˆ แ‹จแˆšแ‰ฝแˆ แŠฅแŠ” แŠฅแŒแ‹šแŠ แ‰ฅแˆ”แˆญ แ‰ฅแ‰ป แАแŠ"
#Ana_duwwaatu Waaqayyoodha, ana malee #fayyisaan kan biraa hin jiru". 

Akka keyyata kanaatti;- Waaqni; kan isin fayyisuu dandaโ€™u #Ana_qofaโ€ yennaa jedhu, tokkichummaa isaa dubbate. Kanas jecha โ€œAna qofa/แ‰ฅแ‰ป แАแŠโ€ akka fayyadame ilaalaa! Osoo fayyisaa kan biraa jira taโ€™ee, โ€˜ana qofaโ€™ jedhee hin ibsu. Isaayaas raajii/mudhata isaa kana keessatti #fayyisaan_waaqa_qofaโ€ akka taโ€™e barsiise.

Kiristanootni โ€œYesuus nama fayyisaโ€ jedhan keyyata kana hin argine moo macaafa biraa qabu? As irratti jechi โ€œAna qofaโ€ jettu maal akka agarsiiftu hubachuun barbaachisaadha.


https://t.me/Gare_shahada_official
August 24, 2026 357 1