✝Maariyaam waa'ee keen dubbadha✝ Lapheen koo waan gaarii baasee Afaan koo olmaa kee odeesse Haadha koo Maariyaam waa’ee keen dubbadhaa Giiftii koo hin callisuu oolmaa keen faarfadha Biqiltuu biqilte osoo hin dhaabamin Kan firii godhatte hin dhugnee bishaani Sanyii dhiiraa malee Kiristoos kan deess…
August 12, 2026 818 7