Forwarded fromFaaruu Afaan Oromoo Ortoodoksi
✝Lapheen koo✝ Lapheen koo waa'ee kee waan gaarii dubbataa Eyyeen ni dubbata Akka abba hiriyaaqosi sigalateeffata Darbatamee hin kufuu siin daandii eegalee Haadha waaqa kootii kooluun sitti gale Sirraa addaan hin bahuu Maariyaam sin jaalladha Akka abboota kootii maqaa keen jajadha Bultoo waaqa ta'…
5August 6, 2026 897 9