Burqaa yaada gaarii Na keessa baafatte Siidaa seenaa gaarii Na keessa… — Qaroo Waamaraa — TG.ME

Burqaa yaada gaarii
Na keessa baafatte
Siidaa seenaa gaarii
Na keessa dhaabbatte
Mallattoo hin ciccinne
Keessa kootti ijaarte
Karaa hin beekamneen
Onnee koo na dhaalte
❤7👍1🔥1
September 10, 2026 1.2K 1