ILFEEn waa shan dhaammatte: uffata gaafa karchallee Amboo baateโ€ฆ โ€” ๐…๐ข๐ง๐Ÿ๐ข๐ง๐ง๐ž๐ž ๐๐ซ๐ž๐ฌ๐ฌ โ€” TG.ME

๐Ÿ”˜|| ILFEEn waa shan dhaammatte: uffata gaafa karchallee Amboo baate uffatte faana awwaalamuu, alaabaa ABO dhanna isheetti aanee kafanamuu, Ambootti awwaalamuu, alaabaa ABOtiin gaggeeffamuu fi dhalootaaf ammoo tokkummaa fi jaalala.

Dhaammannoo ishee afur guunneerraaf. Tokko ammoo dhaloonni ofitti haa fudhatu. Oromoon saba tokko, hiree tokko waliin qabu ta'uu dhaloonni haa mirkaneessu.

~ยฉLemmi Begna โœ๏ธ
โค4
September 8, 2026 428 1