๐…๐ข๐ง๐Ÿ๐ข๐ง๐ง๐ž๐ž ๐๐ซ๐ž๐ฌ๐ฌ: post #65153 โ€” TG.ME

ILFINASH QANNOO akkuma dhaammatte AMBOTTI awwaalamuun taateewwan Tokkummaa Qabsoo Oromoof raawwataman gurguddoo sadan keessaa tokko taโ€™eera.

1) DHEERAA: Jeneraal Taaddasaa Birruu fa'aan Islaamaa - Kiristaana foon koma tokkoo nyaachisuu
2) SHINNIGGA: Magarsaa Barii fa'aan amantiin gargar bahuu didanii waliin wareegamuu
3) AMBO: Ilfinash Qannoo qaโ€™ee dhaloota ishii mannaa handhura Qabsoo tan taate Ambotti awwaalamuu filachuu.

* Keessattuu shira waggoottan saddeettan dabre ummata keenya Wallaggaafi Shawaa walitti diinomsuuf godhame yoo yaadannu, dhaammannoon Ilfee hiika dacha dachaa qabaata)

~ยฉJawaar Mohammed โœ
โค1
September 8, 2026 359