Kana Beektuu? Qalamni Yeroo ittiin barreessitu, yoo dogoggora uumte… — Entrance Result — TG.ME

Kana Beektuu?

Qalamni Yeroo ittiin barreessitu, yoo dogoggora uumte 'Vibrate' Godhuu, (Raafamu) ni jira. Raafamni ('Vibrate') tiin kun fayyadamtoonni yeroo barreessan xiyyeeffannoo akka kennanii fi dogoggora isaanii akka sirreessaniif akeekkachiisa. Qalama kanatti yeroo baay’ee barattoota ykn namoota dhuunfaa Afaan adda addaatiin baratantu itti fayyadama.

React kessaan jalala nuuf qabdan mullisaa yomiyyu nurra adda bahina👍❤️

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 | @Kana_Beektuu1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 | @Kana_Beektuu1
❤53😍8👍6🙏6🐳3😘3💯1🙊1
January 23, 2026 17.8K 4 1