Forwarded fromKoo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
Ol baatetti dubroo Maariyaami (×2) Kabajamte ergamootadhaani(×2) Olbaatetti Toomaas yemmuu arge " " Ol samii gubbaatti " " Kafanashe fudhate " " Mallattoodhaaf inni " " Bartootaaf lallabe " " Kaateetti jechuuni " " Bartoonni gammadaan " " Olbahushee arganii " " Akkuma toomaasi " " Argudhaaf hawwani " " Kadhannaadhaaf laguun " " Gooftaa kadhatanii " " Du'aa ka'uu ishee " " Ijaatiin argani " " Yemmuu isheen olbaatee " " Kabaja guddaani " " Ergamoonni marsanii " " Faaruuf ililleeni " " Dubroo Maariyaami " " Kabajamtuu isheeni 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝
28August 16, 2026 2.7K 43