@Faarfataa · 12.3K subscribers
Youtube keenya hordofaa https://youtube.com/@Kooeelmedia 🙏Jaalalan jiraanna🙏👉Yaada keessaniif @Kooeel Youtuben nu hordofaa https://youtube.com/channel/UCuZpqomjP_FfV
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/FaarfataaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created October 26, 2019per Telegram
We have been tracking it since August 23, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
9 advertisers placed 9 creatives in this channel · est. CPM $3–10.
Haadha Iccitii koo || ምስጢረኛዬ ነሽ https://youtu.be/w-Ej-orJmkQ?is=3mvkcX_QAFOimUqG
EEBBISUUDHAAF... Eebbisuudhaaf ayyaana waggaa Raagu'eeli wajjinii Koottu (2) maariyaamii haadha waaqayyoo Koottu (2) maariyaami harmee hunda keenya Eebbisuudhaaf Ayyaana waggaa yohaannisi wajjinii Koottu(2) maariyaamii haadha waaqayyoo Koottu(2) maariyaami harmee hundaa keenya አውደ አመቲ ተባሪኮ ባሪኮ አ…
Ol baatetti dubroo Maariyaami (×2) Kabajamte ergamootadhaani(×2) Olbaatetti Toomaas yemmuu arge " " Ol samii gubbaatti " " Kafanashe fudhate " " Mallattoodhaaf inni " " Bartootaaf lallabe " " Kaateetti jechuuni " " Bartoonni gammadaan " " …
👏Faaruu waqtii Filsataa👇 Yaa Dubroo x2 deessuu Waaqa Ilmaa/2/ Boqonnaan kee Amajji hagayya awwaalchi kee Kan kee kun addadha du’aa ka’umsi kee Foon kee akka uumamaa yoom argame lafatti Olbahe gara samii teessoo Kiristoositti Foon kee yeroo olbaasan Ergamoonni samii Toomaas osoo deemuu daandii …
Maariyaam /ol baate/×2 gara Gannataa /2/ Ergamoonni Gooftaa Gammachuun itti marsanii Ol Baate gara Gannataa/2/ Ililleefi faarsanii haadha Waaqasanii Mirgasaa ni teessi mootittiin jechuuni Ergamoonni Gooftaa Gammachuun marsanii Kabajashee guddaaf isaan faarfatanii Ol baate gara Gannataa Daawwitis f…
Abubbisuu Bubbeen
RUFAA'EEL Rufaa'eel si waamna hiikaa gadameessaa Rakkoon yoo hammaates hunduu sitti dheensa Gargaarsa keen koottuu dhiphinaa nu furi Kufnee akkan hafneef ati nu gargaari Rufaa'eel Ergamaa guddicha nagaadhaaf muudame Rufaa'eel Bultoon teessoo keetii warqiin Kan faayame Rufaa'eel Gar…
Yaa Arjaa Koo || ቸሩ ሆይ https://youtu.be/dgU-KGnW03w?si=Wx68kdjbfey7LB4o
Tulluu Taabor tti Ifasaa mullise Addunyaa hundumaaf Waaqummaasaa ibse Waaqni keenya Mootiin moototaa Karaan jireenyaa Gooftaan Gooftotaa Tulluu Taaboritti Yeroo mullatee Tulluun Taabori Ifaan guutamte Gooftaa Keenyaa Waaqa Keenyaa Yoo at jaalattee Yoo nuuf heyyamte As jiraachuuni Nuyiif ba’eessa S…
Tulluu Taabor ⛓Faaruu Buhee 👇👇Miseensa ta'aa! ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #share
Iyyoolee ni jenna Waaqayyoon Faarsina Ishoo ni gammadna Taaborirratti olbaana Iyyoolee koo... Hoo /4/ Waaqayyo Gooftaa Uumaa Addunyaa Abbaa Dhiifama Abbaa nageenyaa Akka biiftuutti Ife biftisaa Huccuun addaatee Ni calaqqisaa Iyyoolee koo... Hoo /4/ Yaa’iqoob Yohaannis Luba Pheexiros Taabor irratti…
Faaruu Buhee
Faaruuwwan Ayyaana Buhee Iddoo tokkotti 👇👇Miseensa ta'aa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa #share
Taabor ifa uffatte Tullun isaa filame taaboritti waaqamaan Iyyasuus mul'ate ifatti Tulluun taabor ifa uffate waaqumaan gooftaa mul'ate ×2 Akka biiftuudha.......hoo Fullii isaa ife Uffanaan gooftaa Nii calaqqisee Muuseef Eliyaas Yoo dubbatani Taaboor guutame Ifa guddanii Armooniyem Taaboor Gooftaa…
Buhee jedhaa! Buhee jedhaa ×2 Kiristaanni hunduu ilil jedhaa Gooftaan keenya Uuman Addunyaa Waaqni nageenyaa Garaa laafessa Sagaleesaa nii dhageenya duumessa ifu keessa Kunoo ifni buhee nuufisoo nuuf ife Yaaiqob yohaannis Akkasum…
Buhee jedhaa...! ⛓Faaruu Buhee ==•|•== 👇👇Miseensa ta'aa! ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝ +++ @Faarfataa #Share
Harmooniyaatti 👉👉 Faaruu Buhee ......Harmooniyaatti...... Taabori Harmooniyaatti Iyyesuus tulluu gubbaatti Eeliyaas Musee samiitii Musee ni kaase du'aatii(2) @Ceesisa Dacheen ejjeta milli isaati Samiinis teessoo ulfina isaati Hundumaa gochuu utuu danda’u Dhufe dhalate galanni haa ta'u (2) …
Taaboritti 👉👉 Faaruu Buhee .........Taaboritti....... Taaboritti ulfina guddaan Gooftaan mul'ate (2) @Ceesisa Museen ni du'e du'aa kaafame Raajichi Eeliyaas samii ergame Yaa’iqoob Pheexiros bartoota keessaa Yohaannis wajjin argan humnasaa @Ceesisa Qaqawweessani dacheen raafamte Humna waa…
✝Tokko si'iifi Tokko si'iifi tokkomoo Museefi×2 Eliyaasifis tokko nan ijaara bultoo kee×2 Armoon ni gammadee uumaisaa arguuni Taaboor ni golgamee ifa guddadhani Isaan ni ililchaan ulfina Maqaa isaaf Gaamachuun faarfataan goofta guddadhaf Pheexiroos Yoohaanisiif Yaa'iqoobinii Gooftaan fuudhee de…
https://youtube.com/watch?v=K4MXslR70L4&si=iWQ0ZkJDjsarHDEu