Forwarded fromKoo'eel tube(ዘ.ኮኤል)
👏Faaruu waqtii Filsataa👇 Yaa Dubroo x2 deessuu Waaqa Ilmaa/2/ Boqonnaan kee Amajji hagayya awwaalchi kee Kan kee kun addadha du’aa ka’umsi kee Foon kee akka uumamaa yoom argame lafatti Olbahe gara samii teessoo Kiristoositti Foon kee yeroo olbaasan Ergamoonni samii Toomaas osoo deemuu daandii duumessaanii Sabbata kee fuudhee mul’isuuf bartootatti Du’aa ka’umsa kee arguudhaaf jedhanii Isaaniif ibsite Bartootni soomnaanii Awwaalamtee hin hafne lafa kanarratti Samiitti ol baate akkuma Ilma isheettii Arguuf yeroo hawwanii du’aa ka’umsa ishee Kadhannaa baay'eetiin argan olbahuushee Balbala cufannee nutis haa kadhannu Deessuu Waaqayyoorraa eebba akka argannu ✍️#Hiika: Afaan Amaariffaa irraa #Natural voice: Lamessa (Dn)
13
4August 16, 2026 2.2K 14