Taaboritti 👉👉 Faaruu Buhee .........Taaboritti....... Taaboritti ulfina guddaan Gooftaan mul'ate (2) @Ceesisa Museen ni du'e du'aa kaafame Raajichi Eeliyaas samii ergame Yaa’iqoob Pheexiros bartoota keessaa Yohaannis wajjin argan humnasaa @Ceesisa Qaqawweessani dacheen raafamte Humna waaqummaa irra buufate Surraa Goofticha hunduu uffate Akka biiftuudhaa ifee mul'ate @Ceesisa Pheexiros gammachuun Gooftaa kadhate As jiraachuuni nuuf ta'a jedhee Museef Eeliyaas ta'u hubatee Wajjin jiraachuuf Gooftaa gaafate @Ceesisa Duumessa keessaan sagaleen dhufe Kunoo ilmi koo innin jaalladhe Jedhee dubbate Abbaan samiirraa Nutis waan gaarii dhageenyee jirra @Ceesisa Guca qabannee kottaa in simanna Taabor irratti baane jajanna Hojiinsaa adda du'aa kan kaase Warra jira wajjin tokko taasise ==√|√== 👇👇F.Dn Jaalal Nagaasaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️ ╚═════════════╝
10