#Update #Grade_12_Result #Breaking #Official #Kutaa_12ffaa #Grade12result #EAES
Barattoonni bu'aa qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaaluu danda'u?
Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf #share taasisaa!
Bara barnootaa 2018 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan fudhattan karaalee armaan gadiin bu'aa keessan har'a waaree booda ykn boru irraa jalqabee ilaallachuu dandeessu jechuun Ministeerri Barnootaa ibsuun isaa ni yaadatama.
Akkuma kana dura baratamee 👇Karaalee ittiin bu'aa keessan ilaaltan;
➫ Website ፦ https://result.eaes.et
➫ Telegram Bot :- https://t.me/EAESbot
➫ Ergaa gabaabaa ፦ 6284
⚠️ Hanga ammaatti bu'aan qormaataa kan gad hin dhiifamne tahuu hubadhaa.
https://www.youtube.com/@SmartAcademy-i7
result.eaes.et
EAES Result Checker | Educational Assessment and Examination Services
Official portal to check Ethiopian Educational Assessment and Examination Services (EAES) results online. Enter your Admission Number and First Name to view your exam results.
August 24, 2026 73