ONE SITUATION, FIVE RESPONSES (Haala Tokko, Deebii Shaan)
1- Someone says "Thank You." (Yoo namni tokko "Galatoomi" siin jedhe.)
🔸️You're welcome. → Homaa miti. / Isas ni malka.
♡No problem. → Rakkon hin jiru.
♡My pleasure. → Gammachuu kooti.
♡Anytime. → Yoomiyyuu si gargaaruuf qophiidha.
♡Glad to help. → Gargaaruu
kootti nan gammada.
2- Someone says "How are you?" (Yoo namni tokko "Akkam jirtu?" siin jedhe.)
♡I'm great. → Baay'ee gaariidha.
♡Pretty good. → Akka malee gaariidha.
♡Doing well, thanks. → Gaariidha, galatoomi.
♡Not bad. → Hamaa miti (Garii dha).
♡Can't complain. → Komiin hin jiru (Hundi nagaya).
3- Someone compliments you. (Yoo namni tokko si jaje.)
♡Thank you. → Galatoomi.
♡I appreciate that. → Kanaaf nan si dinqasifadha.
♡That's kind of you. → Kun gaarummaa keeti.
♡Thanks for saying that. → Kana jechuu keetiif galatoomi.
♡I'm glad you think so. → Akka malee yaaduu keetti nan gammada.
4- Someone asks for help. (Yoo namni tokko gargaarsa si gaafate.)
♡Sure. → Eeyyen (Tole).
♡Of course. → Silaas (Dhugaatti).
♡I'd be happy to. → Gammachuudhaan nan gargaara.
♡No problem. → Rakkon hin jiru.
Absolutely. → Gonkumaa (Homaa miti, tole).
5- Someone says "Goodbye." (Yoo namni tokko "Nagaatti" siin jedhe.)
♡See you later. → Booda wal argina.
♡Take care. → Of eeggadhuri / Nagaan tahi.
♡Catch you later. → Boodaan si argata.
♡Have a great day. → Guyyaa gaarii qabaadhu.
Talk to you soon. → Dhiyoo sittin dubbadha (Wal dubbisna).
8
3June 3, 2026 935 3