@ebrightschool · 758 subscribers
ዛሬ በነገ ሊተካ አልፎም ትላንት ሊባል ፣ ህፃን የነበረው ሽማግሌ ሊሆን፣ ሽማግሌውም ወደማይመለስበት ሊሄድ ይህ የተፈጥሮ ህግ ነው፡፡ ትውልድ ላይ እንሠራለን!
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/ebrightschoolIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created December 8, 2022per Telegram
We have been tracking it since August 23, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Kabajamtoota Maatii Akkaadaamii Birayiti Shaggar hundaaf Bara barnoota 2019tiif galmeen Waxabajjii 29/2018 irraa jalqabee kan eegale yoo ta’u, maatiiwwan ijoollee keessan yeroodhaan galmeesistan galateeffachaa, isiin hanga ammaatti hin galmeessisin immoo hanga Roobii 08/11/2018 qofa kan eegnu ta'uu …
kabajamtoota maatii barattoota keenya hundaf Guyyaa boruu gaafa 28/10/2018 ganama hanga sa,aatii 6:30 tti kaardiin(Report card) waan kennamuuf maatiin akka dhuftani fudhattan kabajan isin beeksifnaa ውድ የብራይት ሽገር አካዳሚ ወላጆች በሙሉ ነገ ማለትም እሁድ በ28/10/2018 አ,ም ወላጆች እስከ 6:30 መታችሁ የተማሪን ካርድ (Report card…
Kabajamtoota Maatii Barattootaa! Waanmti barbaachisoo galmee bara barii 2019f barbaachisan keessaa tokko Waraqaa Eenyummaa Fayidaa (Fayda ID) waan ta’eef, ijoolleen keessan yoo waraqaa eenyummaa Fayidaa hin qabaatne ammaarraa eegaltanii akka baasistaniif isiniin gorfina! …
[media, no text]
[media, no text]