Bara tokko Waggaa torban har'aa - Sagadi jennaan sagade 'Nagadi'… — DIRREE BEEKUMSAA🧠 — TG.ME

Bara tokko Waggaa torban har'aa - Sagadi jennaan sagade 'Nagadi' jennaan 'nagade' Koottu jennaan dhufe Darbi jennaanis lufe Hafi jennaan hin geenye Rafi jennaan hin teenye Ammammoo, Barrisi waan jetteef akka allaattii Koochoo hin qabu egaa nagaatti! Obbobbosh, Dhibdee bitaa gara ceekuu Isa akkanaa argee hinbeeku! * * * Ambo, Oromiyaa Kanaa’ol Badhaadhaa https://t.me/Dirree_beekumsa

TelegramDIRREE BEEKUMSAA🧠JECHOOTA KAKA'UMSAA FI ONNACHIISOO ARGACHUUF.
February 1, 2026 322 1