Atkoota'uu_baannan ........ Sin jaaladha hedduu Baayyeesaa garmalee… — 💞DJ Xalayyaa jaalala. — TG.ME

#Atkoota'uu_baannan ........ Sin jaaladha hedduu Baayyeesaa garmalee Kiloon bira ga'uu Hangasaa madalee ......... Ciisu suman yaadaa Ka'ullee bar sumaa Jalalli akkasii Maaluma jedhamaa? ........ Onneen koo siif rukutti Dachaa dachaadhanii Hunduma caalchisee Sin jaaladha anii .......... Akkanatti osoon si jaalluu At koo ta'uu baannaan Addunyaan Balleessaa Atis badda waliin. ..... @Esayas

January 16, 2024 3.1K 1 25