@Dhangaaoromiyaa · 5.2K subscribers
Seenaa oromoo Dhaamsa oromummaa Foolii oromoofi oromiyaa Asitti argattu
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/DhangaaoromiyaaIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created November 29, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 14, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
Tokkummaa OROMOO Akkam yaa lammii koo,xiqqaa fi guddaan biyyaa Ilmaan harmee kootii,ilmaan Oromiyaa Baga nagaa taatan anilleen nagayaa Mee gurraa naaf kennaa waa isiniin gayaa Rakkoo waliif obsaa gurraan wal dhagayaa Tokkummaa jabeessaa afaan tokko tayaa Kunoo gabroomfataan maqaa nurra kaayaa Sho…
[media, no text]
OROMIYAA ●Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa kan sarare namaa maqaan isaa "Luws Craft" jedhamudha bara 1837 hanga 1850 tti osoo baha Afriikaa naanna'ee maqaa moggassu. ¤ Bara sanas Oromiyaa har'aa kana "Ormaaniyaa" jedhee moggaasee ture! ¤ bara 1970 ke…
Kabajamtootaafi jaalatamtoota maatii chaanaalii dhangaa Oromiyaa baga gammaddan chaanaaliin keessan kan yeroo adda cite amma haala gaariin deebi'ee ittu fufuuf qophii isaa xumuratee jira baga gammaddan isiniin jenna
Nan Danda'a! Namicha lammii Indiyaa tokkotu jira. Heyyama barsiisummaa argatee Oromiyaa keessatti barsiisuuf dhufe. Akkuma dhufeen mana barumsaa tokkotti ergame. Mana barumsaa itti ergame sana yeroo deemu bakki qullaan jiru tokko qofa ture. Innis barnoota Afaan Oromoodha. "Maal wayya? Id…