Beeksiisa Barattoota M/b Carcar akkuma beekamuu galmeen egalamee… — Chercher — TG.ME

Beeksiisa
Barattoota M/b Carcar
akkuma beekamuu galmeen egalamee jira. Haata'uu malee barattoonnii yeroo jadhameetti galmaa'aa hin jirtan. Kanaafuu barataan yeroon galmaa'uu baanaan rakkoo umamuuf kan hin gaafatamnee fi yeroon dhumaa jira waan ta'eef yeroo galmaa'aa jachaa iddoon yoo guutee kan hin keessumeesinee ta'uu cimsinee isin hubachifna.
👍26❤18
August 27, 2026 4.6K 8