Baratootni qormaata CBT dhaan qoramaan keessaa dogoggorri qabxii… — Chercher — TG.ME

Baratootni qormaata CBT dhaan qoramaan keessaa dogoggorri qabxii baratootaa tokko tokko irratti waan mul’ateef keessattu baratootniqabxii isaanii irratti shakkii qaban gosa barnoota Baayooloojii, Keemistriifi Fiiziiksii akka yeroon ol-iyyannoo(“complain”) (Hanga Hagayya 27,2018 hanga sa’a 11:30) osoo hin xumuramin dhuunfaadhaan akka iyyatan jajjabeessa.
በCBT የዩኒቨርስቲ መግቢያ ፈተና ወስዳችሁ በተለይ Bio,Chem, Phy ቅሬታ ቀን ሳያልፍ በግል online ላይ እስከ 27/12/2018 ብቻ እንድታመለክቱ ይሁን።
👍8❤6
August 31, 2026 1.1K 6