BEEKSISA 12/12/2018 Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama. Biiroon… — Chercher — TG.ME

BEEKSISA
12/12/2018
Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisa Hagayya 14/2018 Bul/ Magaalaa Shaggaritti Ni Eegalchiisa.
Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemuun Akka Galmooftan Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna.
Hubachiisa: Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(Fayida ID) Qabaachuun Irraa Eegama!
💙Oromia Education News 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook |📱 WhatsApp |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |
Photo Oromia Education News 💙
Telegram
Oromia Education Bureau
Get the latest Education News, Exam schedules, Policy Updates, and others announcements. #Oromia #Education #News.
❤17👍2
August 18, 2026 6.3K 18