Manii Qorichaa kun Mana Sadarkaa isaa Eeggate Akkasumas Qorichootta… — Dr.Chala — TG.ME

Manii Qorichaa kun Mana Sadarkaa isaa Eeggate Akkasumas Qorichootta Biyyaa Alaa Fi Biyyaa Keessa Hunda Ni Argattaa Fakkeenyaaf Qorichaa Akka Diclo Denk Qorichaa Biyyootaa jaarman Argachuu Ni Dandeessu! Filannoo tajaajila keenyaa kanaan nuu bira Argattu Kununsaa gogaa. Qulqullina ilkaan fi kununsaa ilkaannii. Kununsaa rifeensa. Qulqullina dhuunfaa . Vitaaminoota fi Albuudota . Kununsaa nyaataa . Dibata miidhagina . Kununsaa daa'immanii Kununsaa haadhoolee ulfaa. Gorsa fayyaa barbaachisaa Qoricha dhukkuboota hunda Tajaajila Fayyaa quubsaa fi Gatiin isaa madaalawaa tahe uummanni Keenna akka argatuuf jecha #ManaQorichaa Sadarkaa isaa eeggate Magaalaa Magalaa #karamilee keessatti Buna Jira. Kanaaf namoonni yaalaan cinatti qorichoota adda addaa barbaaddan kan Ajajaan dhufanis dabalatee nu biratti ni argattu. *** Tajaajila keenyaa namoota barbaadan 24hrs banaadha cell phone +251910748582

August 29, 2026 876