#Ergaa_galateeffannaa ====////===== Hiriyoonni kiyya kan jalqabaa hanga xumuraa na waliin ifaajaa post godhaa. like godhaa. Share godhaa. turtan, hundi keessan, hiriyummaa qofa osoo hin taane obbolummaa Naa qabdani waan natti agarsiiftaniif galatoomaa! ❤️❤️🙏🙏🙏 ■Obboleewwan koo qaalii Hunduu keessaan galatoomaa yeroo muraasa Keessatti Ergaa koo namoota hedduu biraan geesaani Hedduu naa galatoomaa .❤️❤️🙏🙏 ■kanaaf hamilee nutti gootaniif hunduu galatoomaa !🙏 Akkasuma hiriyyoota nu waliin dhamaatan maraaf,❤️🤌 Hunda keessanuu hedduun isin jaalladha. Kun immoo bu'aa dadhabbii keessaniiti, galatoomaa!" By Dr.Chala
August 22, 2026 1.5K