🇺🇸 DV-2027 - ODUU HAARAA 📢
Manni federaalaa Ameerikaa guyyaan galmeen DV-2027 gaafa Oct 29 akka beeksifamu ajaja dabarsee jira 📅. Galmeen DV kunis guyyoota 30'f akka turu qajeelcha kennee jira ⏳.
Ajaja kana bu'ureffachuun US Department of state gaafa Oct 29 guyyaa galmeen DV-2027 jalqabu ni beeksisa jedhamee eegama. Kanaan alatti guyyaansaa adda bahee hin ibsamne.
Hanga beeksifamutti namoonni paaspoortii of harkaa hinqabne paaspoortii baafadhaa 🛂. Kan Expired isin jalaa ta'es haareffadhaa 🔄. Tajaajila paaspoortii kamiyyuu nabiraa ni argattu.
@MubarakSj
Ani qaba ati hoo










