Yaadni kee akka sanyii ati facaaftuu ti. Yaada gaarii yoo facaafte bu’aa gaarii argatta. Garuu yaada gadhee yoo facaafte, waan hamaa qofa haammatta. Filannoon kan keeti.t.me/anisatis/82653March 3, 2026 269