@almuniirchannel · 192 subscribers
Tamsaasa channel keenyaa # Barnoota diin islaam # Seenaa gaggabaaboo # Nasiihaa bareedduu # sagantaa da'awaa bareedaa
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/almuniirchannelIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created August 11, 2024per Telegram
We have been tracking it since July 20, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
haqa ibsuu,makhluuqa karaa bade karaa qajeelchuu,isaaniif rahmata godhuu fii isaanitti tolu ooluu barbaaduun yoo keessa hin jirre warra bid'aatiis ta'ee nama badii biraa keessa irratti deebii kennuun dalagaa gaarii miti.»ღ أبو العباس ابن تيمية - منهاج السنة ٢٣٩/٥ Safar 13,1447H
✨ Sunnaalee guyyaa keenya keessatti hordofuu qabnu irraa muraasa isaanii. *Mana fincaanii keessatti dubbachuu dhabuu. *Miila bitaan mana fincaanii seenuu. *Yeroon gara hirriibaa deemuu. *Siwaaka fayyadamuu. *Seequ baay'isuu. *Islaamummaa babal'isuu. *Waan gaarii dubbachuu ykn cil'isuu. *Kobee miila…
«Sha'baanni Seene» «Yaa Mu'mintoota hundi keessan galaa qopheeyfataa jirtan. Irra caalaan galaa isin qopheeyfattanii Sodaa Rabbiiti ﷻ. Yaa Mu'mintoota Rabbii keessan sodaadhaa. Shari'aa isaa hordofaa,diin isaa qabadhaa. Isin gara aakhiraa fuula achi deebitanii jiraachuu keessan beekaa. Namni asitt…
۞«Ji'aa Ramadaanaa Kheeysa tirfaawuun Sha'abaan keessaa akkasiin Qophaa'uuni.» «Daldalaan sagantaawaan gamni; isa waqtiilee bu'aa [tirfiileen] gurguddaan keessa argamtuuf ofii isaatii fii meeshaa daldalaa isaatilleen wophii sirreeyfamtuu kan qophaa'eedha. Irra duddaan daldalaa daldala dalagaalee ga…