@AdugnaMoges · 1.5K subscribers
The short link opens the channel straight in the Telegram app — not in a browser tab.
tg.me/go/AdugnaMogesIs this your channel? Add @tgme as admin — and see how many people click your links. Get the stats →
Channel created December 10, 2023per Telegram
We have been tracking it since August 24, 2026
In all that time the channel has changed neither its name, nor its @username, nor its avatar.
We show only what we have seen ourselves.
𝗔𝗔𝗡𝗚𝗢𝗢 𝗕𝗔𝗞𝗞𝗔'𝗨𝗠𝗠𝗔𝗔: 𝗪𝗔𝗔𝗡𝗧𝗢𝗧𝗔 𝗕𝗘𝗘𝗞𝗨𝗨 𝗤𝗔𝗕𝗗𝗔𝗡 ====== Namni ta’e tokko dhimma akka isiniif raawwachiisu ykn qabeenya keessan akka bulchu, to’atu ykn gurguru bakka buufattanii beektuu ykn bakka buufachuuf yaada qabduu? Yoo akkas ta’e bakka bu’ummaan (agency/እንደራሴ) walqabatee waan seerri jedhu sirriitti b…
Hojii Gaggeessaan Hojii Daldalaa Dhuunfaa (Sole Proprietorship) Yakka Taaksiitiin Gaafatamuu Ni Danda'aa? Sirna To'annaa Keessoo Yakka Taaksii Ittisuuf Dandeessisu Diriirsuu Isaa Hubachiisuun Itti Gaafatamummaa Jalaa Bahuu hoo Ni Danda'aa?? ===••••====••••======•••••=====••••• Labsiin Bulchiinsa Ta…
Kireessaan Yeroo Barbaadee fi Akka Barbaadetti Kanfaltii Kiraa Dabaluu ykn Kireeffataa Baasuu ni Danda’aa? ============================================================================== Tarii deebiin qabxii gaaffiin kennamu kireessitoota qabeenya manaa (keessattuu mana jireenyaa)tti toluu dhiis…
Qooda qabeenya Dhaalaa Du'aatti Hirmaachuuf Qabeenya Osoo Du’aan lubbuun Jiruu Fudhatame Deebisuun Dirqamaa (collation) ? ================================== Seera Dhaalaa kwt 1065 - 1067; Murtii Dhadhacha Ijbt Glm Lkk 113247, 160761, 162475 fi Murtii haaraa glm lkk 249367 ta’errattti gaafa 28/05/20…