ለአዲስ አበባ ነዋሪዎች ተጠቃሚነት የሰራነዉ ልማት በተጨባጭ አዳዲስ የአኗኗር ባህል እየገነባ ማህበራዊ መስተጋብሩን ይበልጥ እያጠናከረ ነዉ።
በዉቧ ካዛንችስ የገንባነዉ ስፖርት ፓርክ ለከተማችን ነዋሪዎች የጤንነት መጠበቂያ ፣ የአካልና አእምሮ ማጐልበቻ ፣ የህፃናት መቦረቂያ፣ የብሄራዊ ጀግኖች አትሌቶቻችን ዉለታ መታሰቢያ አከታች ልማት በመሆኑ ለሁሉም ማህበረሰብ ክፍሎች አገልግሎት እየሰጠ ነው።
ፈጣሪ ኢትዮጵያን እና ሕዝቦቿን ይባርክ!
Misoomni nuti fayyadamummaa jiraattota Finfinneetiif hojjanne qabatamaan aadaa jireenyaa haaraa ijaaraa hariiroo hawaasummaa caalmaatti cimsaa jira.
Paarkiin Ispoortii Kaazaanchiis miidhagduutti ijaarrre jiraattota magaalaa keenyaaf eegumsa fayyaa, gabbisa qaamaa fi sammuu, bohaartii daa'immanii fi oolmaa yaadannoo gootota atileetota keenya biyyaalessaa misooma of keessa qabu ta'uu isaatiin kutaa hawaasaa hundumaaf tajaajila kennaa jira.
Waaqni Itoophiyaa fi uummata ishee haa eebbisu!
8
5
2
2August 23, 2026 3.1K 7









